Blog

Ayyaana Guyyaa Gootota Oromoo/4/18/2012

Posted on April 19, 2012 at 3:50 AM

Hawaasni Oromoo Magaala Las Vegas guyyaa Ayyaana Goototaa Oromoo akkasumas wal-gahii hawaasicha kan waggatti guutummaa miseensota wajjiin al sadi'i gaggefamu giddu galessaa godhachuun Ebla 18, 2012 tti wal-gahii seena Hawaasa Oromoo magaala Las Vegas keessatti kanaan dura godhamee hin beeknee kan galmeessee dha. Akkasumas haalli sagantichi ittiin gaggefame haala boonsaa fi abdii tokkummaa ummata Oromootiif gahee guddaa kan taphatu ta'uun isaas yoom iyyuu kan dagatamuu miti. Hundumaa caalaa walitti dhufeenya Hawaasa Oromoo Magaala Las Vegas adda kan godhu amantaa fi haala siyaasa adda addaa kamiyyuu of keessaa kan qabuu ta'u iiyyuu xiyyeeffanna isaa tokkummaa fi obbolummaa ummata oromoo guddisuuf jaalala Obbolummaa tokko tokkoo miseensota Hawaasichaa keessatti godhisuu dha. Innis amanta ykn dhaaba siyaasa kami iyyuu deeggari, garuu Oromoon tokko ta'uu isaa hin dagatin isa jedhuudha. Kaayyon Hawaasicha dhaamsa kana guutummaa Hawaasa Oromoo iddoo gar garaa jiran hundumaaf dhaamsa kana dabarsuudhaa.

Categories: None

Post a Comment

Oops!

Oops, you forgot something.

Oops!

The words you entered did not match the given text. Please try again.

Already a member? Sign In

1 Comment

Reply Thomaschupt
12:50 PM on March 20, 2018 
Living in France is one thing desired by many individuals. If you want to live in France then you have to get French property. You can read the advertisement section of the newspapers which has the section of houses for sale in France. After making a suitable choice, you should research about the properties for sale in France. French property is now a days very much wanted also.

If you want to live in France and spend your life there you should select a proper house. French property is not cheap and you need to make a major investment. You must also know about the properties for sale in France at various locations. The houses for sale in France come in different prices depending on the location

Subscribe To My Website

  • Subscribing allows you to get site updates. Your email address will be kept private.
Thank you for contacting us. We will get back to you as soon as possible
Oops. An error occurred.
Click here to try again.
Copyright © 2012 Oromo Community of Las Vegas