Blog

BAGA GAMMADAN

Posted on October 6, 2011 at 1:30 PM

KOREEN JAARMIYA HAWAASA OROMOO MAGAALA LAS VEGAS SOCHII GUDDINNAA, JAALALAA FI TOKKUMMAA HAWAASA OROMOO KANNEEN MAGAALA LAS VEGAS JIRAN GIDDUTTI RAAWWACHUUF EEGALE ITTIMA FUUFUUN KARAA IRRA CAALATTI UMMANNI YAADAA FI GORSA BARBAACHISU HAYYU DAREEWWAN ISAANIITIIF AKKA KENNAN DAANDII HAARA UUMUU DANDA'EERA. kOREEN KUM ERGA HOJII JALQABEE JI'A SADI YOO TA'UU YAALII HAMMA AMMATTI KOREEN KUN GODHAA JIRU KANA JEDHAMEE KAN HIMAMUU MITI.

Categories: None

Post a Comment

Oops!

Oops, you forgot something.

Oops!

The words you entered did not match the given text. Please try again.

Already a member? Sign In

0 Comments

Subscribe To My Website

  • Subscribing allows you to get site updates. Your email address will be kept private.
Thank you for contacting us. We will get back to you as soon as possible
Oops. An error occurred.
Click here to try again.
Copyright © 2012 Oromo Community of Las Vegas